Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Ayyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana
    Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamii
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Ayyaana Dubartootaa (March 8) Sadarkaa Waajjira Caffee Oromiyaatti
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Saboota, Sablamoota Ummattoota Itoophiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Leenjii fi Beekamtii Kennuu Manneen Maree Aanaalee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Eebba Piroojektoota adda addaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaatiin

You are here

 

Daarektoreetii Dhimmoota Koomunikeeshiniifi Bulchiinsa Odeeffannoo

Daariktooreetiin kun, aangoofi gahee hojii Waajjira Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaaf Labsii Lak. 191/2007 Keew. 6 xiqqaa 5 jalatti kennameef milkeessuuf kan hundaa’edha.

Bu’uura kanaan, sochiiwwan Caffeefi qaamolee Caffeen taasifamu qindeessuun odeeffannoo amanamaa, saffisaafi qulqullina qabu teeknoloojiin deeggaramuun hojii koominikeeshinii hojjeta. Kana malees, itti fayyadama teeknoloojii babal'isuufi deeggarsa ogummaa taasisuun hojiin waajjirichaa teeknoloojiin deeggaramee akka hojjetamu taasisuuf kan hundaa’edha. 

Walumaagalatti, sirna komunikeeshiniifi qunnamtii gar-lamee (two way communication) diriirsuun lammiileen sochiiwwan misoomaa, nageenyaa, demokiraasiifi bulchiinsa gaarii dagaagsuuf hojjetamu keessatti gahee isaanii akka gumaachaniif odeeffannoo waktaawaa karaa miidiyaa hawaasaa, tamsaasaafi maxxansaa (social, broadcasting and pirint media) hawaasa biraan gahuun amantaa ummanni Caffeerraa qabu dabaluu irratti xiyyeeffachuun hojjeta.

Daarektoreetii Dhimmoota Koomunikeeshiniifi Bulchiinsa Odeeffannoo