Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Ayyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana
    Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamii
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Ayyaana Dubartootaa (March 8) Sadarkaa Waajjira Caffee Oromiyaatti
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Saboota, Sablamoota Ummattoota Itoophiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Leenjii fi Beekamtii Kennuu Manneen Maree Aanaalee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Eebba Piroojektoota adda addaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaatiin

You are here

Ergama

Bara 2022tti Oromiyaa sirni demokraasiifi bulchiinsi gaariin keessatti dagaageefi akka biyyaatti fakkeenya badhaadhinaa taate arguudha.

Mul'ata

Seerota qulqullina qaban baasuu, hordoffiifi  to’annoo gaggeessuu, hojii bakka bu’ummaa ummataa raawwachuufi Manneen Maree Ummataa  sadarkaan jiran gahee isaanii sirnaan bahuu akka danda’aniif dandeettii raawwachiisummaa isaanii cimsuun ummata naannichaa gama hundaanuu fayyadamaa taasisuu.

Duudhaalee

Duudhaalee Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa

• Olaantummaa Seeraa;
• Hirmaachisummaa;
• Iftoomina;
• Ittigaafatamummaa;
• Aantummaa ummataa;
• Miira Tajaajiltummaa;
• Al-loogummaa;
• Fedhii Jijjiiramaa;
• Aadaa fi duudhaa uummataa kabajuu;