Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Ayyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana
    Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamii
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Ayyaana Dubartootaa (March 8) Sadarkaa Waajjira Caffee Oromiyaatti
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Saboota, Sablamoota Ummattoota Itoophiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Leenjii fi Beekamtii Kennuu Manneen Maree Aanaalee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Eebba Piroojektoota adda addaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaatiin

You are here

Daareektoreetii Kenna Deeggarsa Ogummaa, Hordoffii fi To’annoo

Hordoffiifi to’annoo karooraafi raawwii hojii qaamolee mootummaa taasisuu;

  • Ergamaafi mul’ata akaksumas, karoora tarsiimoo manneen hojii mootummaa bu’uura godhachuun xiinxala karooraafi raawwii karooraa manneen hojii gaggeessuun Koreewwan Dhaabbiif yaada ogummaa dhiyeessuu;

  • Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa, bulchiinsa gaarii, kenna tajaajilaafi kkf ilaalchisee gara hawaasaatti gadi bu’uun hordoffiifi to’annoo taasisaniif deeggarsa ogummaa taasisuu;

  • Bu’aa gamaaggama hojii hordoffifi to’annoo irratti hundaa’uun kallattiiwwan Koreewwan Dhaabbiin kennaman hojiitti hiikamuu isaanii hordofuun deeggarsa ogummaa bilchina qabu kenuu.

  • Hojii bakka bu’ummaa ummataa raawwatamu keessatti deeggarsa ogummaa taasisuu;

  • Qabxii marii hojiin bakka bu’ummaa ummataa ittiin gaggeeffamuufi miseensonni Caffee ummata isaanii ittiin mari’achiisan adda baasuun qopheessuu;

  • Yaada, gaaffiifi komiin marii ummataa irraa argame gabaasaan qindaa’ee waajjira akka qaqqabu hordofuufi komii dhiyaate cuunfuun raawwiisaa hordofuu;

  • Komii, eeruufi iyyannoo dhiyaatu irratti yaadni akka kennamu yammuu gaafatamu seeraafi ragaa barbaachisu sakatta’uun yaada ogummaa dhiyeessuu;

  • Qorannoofi qa’annoo  hojiirra oolmaa Seerota, Imaammatoota, Tarsiimoowwan, Sagantaaleefi  Karoorawwan Mootummaa irratti  gaggeessuu;