Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Ayyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana
    Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamiiAyyaana Sabaa sablamii
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Ayyaana Dubartootaa (March 8) Sadarkaa Waajjira Caffee Oromiyaatti
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Saboota, Sablamoota Ummattoota Itoophiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Leenjii fi Beekamtii Kennuu Manneen Maree Aanaalee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Eebba Piroojektoota adda addaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaatiin

You are here

     Daayirektoreetii Hoggansa Qabeenya Namaa

 Hojiilee Gurguddoo daayireekitooreetichaa  

  • Odeeffannoo fi ragaa qabeenya  namaa qopheessuu
  • Gurmaa'insaa fi ramaddii hojii gaggeesuu
  • Karooraa qabeenya namaa mana hojjichaa yeroo dheeraa fi gabaabaa qopheessuun hojii irra oolchuu
  • Fo'annoo fi filannoo gaggeessuu
  • Maddaalii raawwii hojii hojjettootaa gaggeessuu/gaggeessisiisuu
  • Leenjii qindeessuu fi kennuu/kennisiisuu (leenjii hojii waliin walbarsiisuu dabalatee)
  • Naamuusa hojjetootni hojii irratti qaban hordofuu
  • Komiiwwaan hojjetoota irraa dhiyaatu keessumeessu fi deebii kennu
  • Haala naannoo hojii, hayyaama adda addaa fi tajaajila hojjettootaa karoorsuun hojii irra oolchuu
  • Riiformoota addaa addaa qorachuun  hojiirra oolchuu
  • Raawwii qajeeltoowaan bulchiinsa gaarii mana hojiichaa hordofuu
  • Sirna madaallii fi badhaasaa hojiirra oolchuu
  • Qorannoowaan ijaarsa hunma raawwachiissummaa, raawwii hoggansa qabeenya namaa,kenniisa tajaajilaa  fi yaada maamilaa
  • Deeggarsaa fi hordoffii , gorsa kutaalee hojii fi hojjetoota waaajjirichaatiif kennuu