Daa’imni sammuun misoomuun, kunuunsa gahaa argattee akka guddattuuf gaheen haadhaa dorgomaa hin qabu. Kana bu’uura godhachuun, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Waajjira Caffee Oromiyaa keessatti bakka tursiisaafi kunuunsa daa’immanii har’a hojii eegalee jira.

  • 16 Apr 2024
  • Posted by caffeeoromia
  • 0 Comments