Magaalaa Jimmaatti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan, Pireezidaantii Naannoo Affaar Kab. Haji Awwal Arbaafi Waajjira Paartii Badhaadhinaa Muummeetti Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsaa Dr. Sammaa Xurunee hojiiwwan misoomaa magaalichaa d

  • 15 Feb 2024
  • Posted by caffeeoromia
  • 0 Comments

Magaalaa Jimmaatti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan, Pireezidaantii Naannoo Affaar Kab. Haji Awwal Arbaafi Waajjira Paartii Badhaadhinaa Muummeetti Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsaa Dr. Sammaa Xurunee hojiiwwan misoomaa magaalichaa daawwataniiru.

Kantiibaan Magaalaa Jimmaa Obbo Najiib Abbaa Raayyaa sochii waliigalaa hojii misoomaa magaalichatti hojjetamaa jiru daawwachiisaniiru.

Magaalaa Jimmaatti wabii nyaataafi badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf hojiiwwan misooma inisheetiivii qonna magaalaarratti hojiin bu'a qabeessi hojjetamaa jiru abdachiisaa ta'uun daawwanichaan ilaalameera.