Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad Badhaasa Meedaaliyaa ‘Agricola’ Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa badhaafaman

  • 02 Feb 2024
  • Posted by Anonymous (not verified)
  • 0 Comments

Muummeen Ministeraa Keenya Dr. Abiyyi Ahimad mul'ata hojii qabatamaan dhugoome bocuun hooggansa bilchina qabu kennaa turaniin biyyi keenya wabii nyaataan of danda'uu irra cehuun oomisha alergii dabaluun  diinagdee gooroo biyyaa guddisuun hojii milkaa'aa hojjechaa turaniiru.
Keessaahuu, dhiyeessii nyaata madaalawaafi omisha qamadiin of danda'uun wabii nyaataa mirkaneessuun bu'uura badhaadhina biyyaati miira jedhuun hooggansa bilchina qabu kennaa turaniif Dhaabbanni Nyaataafi Qonnaa (FAO) badhaasa Meedaaliyaa AGRICOLA har'a Muummee keenyaaf kenne  toora milkaa'inaarra imalaa jiraachuu keenya akeeka.
Ummanni keenya bal'aan baga gammaddan; baga waliin gammanne!