Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
    Text Caption
    Marii Wixinee Labsii Pilaanii Magaalota Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaa'e
  • Slide Background Image
    Mariin Waloo walitti dhufeenya Naannolee Ollaa ummata Oromoo, Sidaamaafi Halaabaa
  • Slide Background Image
    Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin Godina Qellem Wallaggaa yeroo deeggaran
  • Slide Background Image
    Jila Afyaa'oota Naannoleefi Magaalota lamaan Godina Baalee yeroo dawwatan
  • Slide Background Image
    Jilli Afyaa'oota Naannoleefi Magaalota lamaan Godina Baaleetti daawwannaa taasisaan
  • Slide Background Image
    Leenjii Hoggansaafi Hojjetoota Waajjira Caffee
  • Slide Background Image
    Gamaaggama Raawwii Hojii Baatiiwwan Sagalii Fooramii Afyaa’ota Godinaa,
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Nagaa ...Nagaa...Nagaa.. - Dubartootaaf Nagaa
  • Slide Background Image
    Walii galtee Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa waliin taasifame
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Deeggarsa Harka qalleeyiif taasifame
  • Slide Background Image
    Text Caption
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Dawwanaa dirree koreen Dhaabbii Caffee taasiseen
  • Slide Background Image
    Leenjii Hoggansaafi Hojjetoota Waajjiraaf yeroo kennamu

You are here

Daayireektoreetii Ijaarsa Dandeettii

Caffeefi qaamoleen Caffee hojii bakka bu’ummaa ummata naannichaan isaanitti kenname gahumsaan akka bahataniif hojii dandeettii raawwachisummaa isaanii cimsu ittifufiinsaan hojjachuudha.

Hojiilee Gurguddoo:

  • Qaawwaa dandeettii raawwachiisummaa jiru sakatta’uun qo’annoo gaggeessuufi bu’aa qo’annicharraa argameen leenjii biyya keessaafi alatti akka kennamu taasisuu, hordofuufi qindeessuu;
  • Leenjiiwwaan keennaman irratti duundeebii fudhachuun jiijjiirama ykn bu’aa argame madaluun qindeessuun galtee godhachuu;
  • Muuxannoo biyya keessaafi alatti akka qophaa’uuf haala mijeessuu, fedhii adda baasuun qabxii muuxannoon irratti fudhatamu qopheessuu, akka fudhatamuuf haala mijeessuufi muuxannoo fudhatame qindeessuun hojiirra akka ooluufi babal’atu taasisuu;
  • Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran waltajjii waliinii sadarkaa Fooramiitti qabaniin kanneen  muuxannoo gaarii qaban irraa muuxannoo akka fudhatan haala mijeessuu;
  • Qabxii madaalii Fooramii Afyaa’otaa, Manneen Maree Aanaaleefi Manneen Maree Magaalotaa qopheessuun gadi buusuu, karooraafi raawwii isaanii xiinxaluun duubdeebii kennuun sadarkeessuufi beekkamtii kennuu;
  • Supparvizyinii Manneen Maree  Aanaalee, Magaalotaafi Gandootaa samuda fudhachuun raawwii jiru madaaluun deeggarsa meeshaaleefi ogummaa taasisuun duubdeebii barreeffamaan kennuu;
  • Dhaabbilee gargaarsaa /donors/ barbaaduun hariiroo uumuu, pirooppozaala qopheessuufi haalduree barbaachisan mijeessuun maddoota baajataa dabalataa barbaaduun dandeettii raawwachiisummaa Caffeefi qaamolee Caffee cimsuu;
  • Waltajjii  gamaaggama qophii  karooraafi raawwii hojii Manneen Maree Aanaaleefi Magaalotaa qopheessuun marii taasifamuun  muuxannoo akka waljijjiiran  haala mijeessuu.
  • Hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa sadarkaa barnoota isaanii akka foyyessan sponsarship/deeggarsa Yunivarsitiiwwaan garaagaraa gaafachuun dorgomsiisuun akka baratan gochuu;