Daayirektoreetii Hoggansa Qabeenya Namaa
Hojiilee Gurguddoo daayireekitooreetichaa
- Odeeffannoo fi ragaa qabeenya namaa qopheessuu
- Gurmaa'insaa fi ramaddii hojii gaggeesuu
- Karooraa qabeenya namaa mana hojjichaa yeroo dheeraa fi gabaabaa qopheessuun hojii irra oolchuu
- Fo'annoo fi filannoo gaggeessuu
- Maddaalii raawwii hojii hojjettootaa gaggeessuu/gaggeessisiisuu
- Leenjii qindeessuu fi kennuu/kennisiisuu (leenjii hojii waliin walbarsiisuu dabalatee)
- Naamuusa hojjetootni hojii irratti qaban hordofuu
- Komiiwwaan hojjetoota irraa dhiyaatu keessumeessu fi deebii kennu
- Haala naannoo hojii, hayyaama adda addaa fi tajaajila hojjettootaa karoorsuun hojii irra oolchuu
- Riiformoota addaa addaa qorachuun hojiirra oolchuu
- Raawwii qajeeltoowaan bulchiinsa gaarii mana hojiichaa hordofuu
- Sirna madaallii fi badhaasaa hojiirra oolchuu
- Qorannoowaan ijaarsa hunma raawwachiissummaa, raawwii hoggansa qabeenya namaa,kenniisa tajaajilaa fi yaada maamilaa
- Deeggarsaa fi hordoffii , gorsa kutaalee hojii fi hojjetoota waaajjirichaatiif kennuu