Gabaasa Raawwii Karoora Hojiiwwan Qaama Raawwachiiftuu Ji’oottan Jahaa Bara 2017 darban Pireezidaantii MNO Kab. Obbo Shimallis Abdiisaan dhiyaate irratti Miseensonni Caffee yaadaafi gaaaffilee qaban dhiyeessan keessaa dhimmi galteewwan qonnaafi calla gudd

  • 13 Feb 2025
  • Posted by caffeeoromia
  • 0 Comments

Gabaasa Raawwii Karoora Hojiiwwan Qaama Raawwachiiftuu Ji’oottan Jahaa Bara 2017 darban Pireezidaantii MNO Kab. Obbo Shimallis Abdiisaan dhiyaate irratti Miseensonni Caffee yaadaafi gaaaffilee qaban dhiyeessan keessaa dhimmi galteewwan qonnaafi calla guddistuun walqabatu kan akka xaa’oo yeroon dhiyeessuu, bu’uuraalee misoomaa bishaanii, daandii. ibsaafi kkf isaan ijoodha.