Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
    Text Caption
    Marii Wixinee Labsii Pilaanii Magaalota Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaa'e
  • Slide Background Image
    Mariin Waloo walitti dhufeenya Naannolee Ollaa ummata Oromoo, Sidaamaafi Halaabaa
  • Slide Background Image
    Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniin Godina Qellem Wallaggaa yeroo deeggaran
  • Slide Background Image
    Jila Afyaa'oota Naannoleefi Magaalota lamaan Godina Baalee yeroo dawwatan
  • Slide Background Image
    Jilli Afyaa'oota Naannoleefi Magaalota lamaan Godina Baaleetti daawwannaa taasisaan
  • Slide Background Image
    Leenjii Hoggansaafi Hojjetoota Waajjira Caffee
  • Slide Background Image
    Gamaaggama Raawwii Hojii Baatiiwwan Sagalii Fooramii Afyaa’ota Godinaa,
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Nagaa ...Nagaa...Nagaa.. - Dubartootaaf Nagaa
  • Slide Background Image
    Walii galtee Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa waliin taasifame
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Deeggarsa Harka qalleeyiif taasifame
  • Slide Background Image
    Text Caption
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Dawwanaa dirree koreen Dhaabbii Caffee taasiseen
  • Slide Background Image
    Leenjii Hoggansaafi Hojjetoota Waajjiraaf yeroo kennamu

                             Baga Gara Marsariitii Waajjira Caffee  Oromiyaa Nagaan Dhuftan!

 

Ergaa Afyaa’ii Caffee Oromiyaa

Ummanni Oromoo ‘Caffee’ sirna demokiraatawaa ammayyaa har’a itti fayyadamaa jiru hundeeffachuu isaan duratti, aadaa, duudhaafi eenyummaa isaa ganamaa irraa kan madde, guddina demokiraasii ammayyaaf bu’uura kan ta’e, sirna bulchiinsaa Gadaan hawaasa baroota dheeraaf wal bulchaa tureefi ammas duudhaa isaa kaleessaa osoo gadi hin lakkisiin Gadaan bulaa jirudha.

Oromoon sirna kanaan siyaasa, diinagdeefi hawaasummaa isaa gaggeeffachaa ture. Kana malees, madaala uumaafi uumama gidduu jiru kan ittiin tikfatu, hariiroo jiruufi jireenyaa keessoo isaatti ittiin walbulchuufi ummattoota biroo ollaa isaa jiraatan waliinis nagaafi jaalalaan haammatee waloon haala ittiin waliin jiraachuu qabu ilaalchisee seera kan tumatu Caffee sirna Gadaa kana jalattidha.

 

            

Mappii

Bakka Teessuma Lafaa

Bakka Teessuma Lafaa

Afaan Oromoo

Gamaaggama Fooramii Afyaa'oota Godinaalee,Manneen Maree Aanaaleefi Magaaalota Oromiyaa

 

 

 

 

Kallattii Odiitii

Sagantaa Caffee Godina Baalee Bahaa Aanaa Gindhiiriifi Golochaatti Qophaa'e

Haasawaa Yaa`ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa bara hojii caffee 6ffaa Kab. Aadde Sa`aadaa Abdurahmaan Afayaa`ii Caffee MNO

Sagantaa Caffee Dhimma argannoo Oditiin walqabtee hojjatame