Yaa’iin Idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa boru ifaan ni banama.
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Yaa'iin Idilee 11ffaa kun guyyaa boruu irraa eegalee guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu ibsa miidiyaaleef kennaniin eeran.Kab.





