Tokkummaa Sabdaneessaan Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsina
Tokkummaa Sabdaneessaan Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsina
Tokkummaa Sabdaneessaan Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsina
Sirna Agarsiisa Aadaa Oromoo Naannoo Gidduu Galeessa Itoophiyaa Hoosaa'inaatti
Galmi Mootummaa Ida'amuu, Badhaadhina Biyyaa Dhugoomsuudha. Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kabaja Ayyaana Guyyaa sabaafi Sablammoota Itoophiyaa 20ffaa akka naannoo oromiyaa Godina Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaa irratti kan dubbatan
Handhuura sirna Gadaa kan taate Godina Gujii Magaalaa Bulee Horaatti Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa 20ffaa kabajamuun Sabdaneessummaa cimsuufi ijaarsa aadaa dimookirasiifi sirna Federaalizimiif bu’uura ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Rippaabilika Dimookiraatawaa Federaalaawaa Itoophiyaa Kab. Obbo Aganyawu Tashaagar ibsaniiru.
Gujiin Q’ee seenaafi wiirtuu Sirna Gadaa, giddu gala Ardaa Jilaa Me’ee Bokkooti. Qe’ee aadaafi duudhaan Oromummaa itti kunuunfame, obbolummaan gochaan keessatti dhugoomedha. Warra sirnaan buluufi duudhaalee waloo waliin qooddachuun hawaasa beekamu waliin ayyaanota akkanaa kabajuun ammoo carroomuudha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abduraahmaan.