Nageenya Naannichaa Waaressuuf hojiin hojjetamaa jiru bu'aa fidaa jira jedhame
Koreen Dhaabbii Dhimma Bulchiinsa, Seeraafi Misooma Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 1ffaa qaamolee haqaa, nageenyaafi bulchiinsaa guyyoota lamaaf Adaamaatti qorachaa ture xumuure.





