Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan waltajjii gamaaggama raawwii hojii Kurmaana 1ffaa hooggansaafi hojjettoota Waajjira Caffee Oromiyaa waliin gaggeeffame irratti argamuun kallattii hojii kaa’aniin ergamaafi mul’ata qabanne beeknee k
Galmoonni misoomaa qabaman akka milkaa’aniif gaheen Caffeefi Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran qaban olaanaa ta’uu kan ibsan Kab. Aadde Sa’aadaan, qindoominaan hojjechuun milkaa’ina karoorichaa keessatti ashaaraa keenya kaa’uun ummata bakka buune tajaajiluu qabna jedhan.





