Haasawaa Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan taasisan guutuu isaa
*****
Yaa’ii Idilee 8ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa irratti hirmaachuuf waamicha isiniif taasifame kabajuun, BAGA NAGAAN DHUFTAN; ANAA DHUFU!
Yaa’iin Idilee 8ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Guraandhala 02 Bara 2017 irraa eegalee ifaan kan banamu ta’uu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ibsa Miidiyaaleef kennaniin beeksisaniiru.