Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shananitti argamnee kilaastara Avokaadoo qophaa’e irratti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa keenya keenyee jirra. Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii dhaloota utubuufi madaala qilleenaa tiksuun walqabata. Waggoottan jijjiirama
Kanaaf, dhaloonni arraa dhaabuun, biyya ijaaruu qaba. Akkasumas, tokkummaa, jaalala, obbolummaafi walooma cimsuun qooda ijaarsa biyyaa dhugoomsuu keessatti qabu sirnaan bahachuu qaba.





