Galmi Hordoffiifi To’annoo keenyaa, lammiileen mootummaa ofiin hundeeffatan waliin qindoominaan hojjechuun jijjirama bu’uuraa akka fidan taasisuudha
. Kunimmoo, hariiroo mootummaafi ummata gidduu jiru cimsa. Amantaa ummataa dachaan dabala. Itti quufiinsas mirkaneessa.





