Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Jila Afyaa'ii Mana Maree Naannoo Kibba Itoophiyaa Kab. Aadde Tsahaay Worassaan durfamu Waajjira isaaniitti simachuun adeemsa seera tumuu, hordoffiifi to'annoo, bakka bu'ummaa ummataafi gurmaa'ina h
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Jila Afyaa'ii Mana Maree Naannoo Kibba Itoophiyaa Kab. Aadde Tsahaay Worassaan durfamu Waajjira isaaniitti simachuun adeemsa seera tumuu, hordoffiifi to'annoo, bakka bu'ummaa ummataafi gurmaa'ina hojii Manneen Maree Ummataa irratti muuxannoo Caffeen Oromiyaa qabu qoodanii jiru.





