Alaabaan Keenya Tokkummaa Biyyaalessaaf,Birmadummaafi Olka'iinsa Itoophiyaaf
Guyyaan Alaabaa Marsaa 17ffaa guutummaa biyyaatti mata duree “Alaabaan Keenya Tokkummaa Biyyaalessaaf, Birmadummaafi Olka’iinsa Itoophiyaaf” jedhuun Onkoloolessa 04 Bara 2017 kabajama.





